የኢትዮጵያ ወጣቶች ድምፅ ሳምንታዊ ዜናዎችን እንዲሁም መጣጥፎችን ለስለስ ካሉ ሙዚቃዎች ጋር
News Ethiopia Wetatoch Dimts june 27,2016 መረጃ ሙሉ ያደርጋል ለዚህ ደግሞ የኢትዮጵያ ወጣቶች ድምፅ ሳምንታዊ ዜናዎችን እንዲሁም መጣጥፎችን ለስለስ ካሉ ሙዚቃዎች ጋር ይዘንላችሁ ቀርበናል አብራችሁን ሁኑ
[youtube http://www.youtube.com/watch?v=HpefhcLWjts&w=640&h=360]
Ager terekubu wetatoch
Gobzachhu?
እውነት እና ንጋት እያደር ይጠራል።አጋልጥልን ።ሚኒልክ የአገርህ አድርባር ውለታህን ትመልሳለች በርታ
Habesha diasporas are being outnumbered by newly arrived bums allover.once a bum always a bum .The main culprit that divide the Ethiopian community members in the diaspora are those uneducated , jobless , homeless and hopeless habesha diasporas that sit on the sidewalk claiming they got nowhere to live, getting on people businesses allday making us habesha people hate each other and to fight against each other by creating unnecessary rumors.
Due to the actions of the ever increasing number of Habesha bums in the diaspora communities the new generation of diasporas are loosing
· Respect and care for themselves and others,
· Tolerate differences,
· Treat everyone as equal
· Recognize your destiny is tied to that of others
Bertu weTatoch
Kutaa-1ffaa
Minilik
Na dhagayi siin baanaa
yaada koo waalteessee.
Waan namni siif himuu
yoo gaamuu dandeessee.
Seenaa tee hubachuuf
qaamaa qalbiin teessee.
Akka haatee gumnaan
diqaalaa si deessee.
Siif himuun danda’aa
yoo nama dhageessee.(2)
dhugaadhaan siif himaa
ragaa siif dhiheessee.
Waan qalbii tee onsee
onnee tee madeessee.
Sababa duguugee
shanyii tee balleessee.
Dhukkuba kee wajjiin
waanoo siif odeessee.
Siif himuun dandayaa
yoo nama dhageessee.(2)
Haati tee boosattiin
bunnaa beetii teessee.
Gumnaan gaana kaaftee
galaana ofit meessee.
Karaa deemaan hundi
oli gad naanneessee.
Qaamni ishee badaan
wal faana tarreessee.
Waggaa shantam guutuu
akka keessummeessee.
Siif himuun dandayaa
yoo nama dhageessee.(2)
sagagaaltuu hanquu
jireenyi sheeneessee.
Qaama hormaata sii
tan gurguruu geessee.
macha’aan macha’ee
waa meeqa odeessee.
Haatee gumnaa saniif
maammiila jabeessee.
Dhiira kuma dhibba
meeqaantam qopheessee.
Keessumeessaa turtee
hundumaa dandeessee.
Booda bu’aa dhabnaan
maraataan fageessee.
Akka waraaboo fi
waraanni gaggeessee.
Siif himuun dandayaa
yoo nama dhageessee.(2)
shaanqoo shanyii shallee
ilmaan bunnaa beetii.
Waamicha keessaniif
hin jennuu abeetii.(2)
Ammaas dhageefadhuu
dhaamsaan siif dabalaa.
Ijoolleen minilik
shanyii laalibalaa.
Haadaan fannisanii
of ajjeesuu mala